Bakkalcha Oromiyaa

Miseensota Caalmaya Hojjatan

Mana
Haaraya?
Bitadhu BO
BO Gargaari
Qooqa Kenni
Tilmaama
Miseensummaa
Caalmaya
Marii
Maxansaalee
Kaaleendara
Bashannana
Hawaasa
Hulluuqa
Qunnama

 

Idoo kun iddoo miseensa yokaa deegaraa hujii caalmayaa hojjate, miseensa yokaa deegaraa gumaata guddoo godhe, walumaa galati miseensa/deegaraa ummatni Oromiyaa hujii isaatiif kabajaa fi galata gurguddaa kennuuf iddoo itti dhiheeysinu.  
Miseensa Ji'aa

Ammaaf namuu hinfilamne

Miseensonni/deegartoonni keeyna hundi ija walqixaatiin hujii isaanii qofan madaalamani filamanii fuula kanarrati dhiheeyfaman.

Miseensa Amataa

Ammaaf namuu hinfilamne.

Isinirraa Gama keeyna
 
Miseensa hujii caalmayaa hojjatee yokaa gumaata gurgudoo godhee asirrati dhihaachuu qaba jettani yaadan yoo jiraate karaa walqunamtii Fuula Webii kanaan nu qunamtanii nu beeysisuu ni dandeeysan. Galatoomaa.

Oromiyaan Ni Bilisoomti! bakalchaurjiia2.gifBakkalcha Oromiyaa 2005