Bakkalcha Oromiyaa

Bakkalcha Oromiyaa Gargaari

Mana
Haaraya?
Bitadhu BO
BO Gargaari
Qooqa Kenni
Tilmaama
Miseensummaa
Caalmaya
Marii
Maxansaalee
Kaaleendara
Bashannana
Hawaasa
Hulluuqa
Qunnama

Atiis Wanni Gootu Ni Jira!
 
Maxansaaleen Bakkalcha Oromiyaa waajjiroota ABOf, Waraana Adda Bilisumma oromoof (WBOf), ummata oromiyaa keeysa jiraatuuf, waajiraalle mootummoota nuun walqubaqbaniif, akka sumaas naannawa barbaachisa ja'amee itti amanameef tola hirama. Kun jechuun, Bakkalchi Oromiyaa, Oromiyaa ala (keeysaahuu Amerikaa, Awrophaa, fi Awistraaliyaa keeysa) qoffatti gurgurama jechu. Kuni Bakkalcha Oromiyaa gama  baasii isaatiin akka if hindandeeyne godhe jira. Garuu, yoo gargaarsi akka namoota arjaawaa akka keeti itti ida'amee, Bakkalchi Oromiyaa maxansaaleen isaa darajaa ol'aanaa isaa fi yaroo itti maxanfamu eegate akka maxanfamuu abdii guddoo qabna.
 
Rakkoo Bakkalchi Oromiyaa qabuu kana hubattee haga dandeeytii keeti gargaarsa maalaqaa akka nuuf  arjoomtu abi guddaa sirraa qabna.
*******************************************  
Aniis Bakkalcha Oromiyaa gargaaruu dirqama-fedhii tahuu hubadhee, kunoo waa isinnif ergeen jira, guddoti naaf lakkaawaa. (Gargaarsa kee erguuf  asxaa asii gadii tana tuqi)

Oromiyaan Ni Bilisoomti! bakalchaurjiia2.gifBakkalcha Oromiyaa 2005